Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 19:13 - KITAABA WAAQA

13 wonti akanatiifi nu lafa tana imballeesina. AABBO Waaqi himacha hamtu worra kana himatani yayu d'agaye. Tanaafi nu gadi erge, aka nu lafa Sodoma tana balleesinu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 19:13
21 Referans Kwoze  

Jennaani AABBO Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Worri Sodomatifi ka Gomora ya guddo ch'ubbu tolche, waan sunifi worra guddo himatani.


Sodomafi Gomorafi dira lafa suni ch'ufa qaabad'a! Worri dira suni waan malaikaani taate tolche, sharmut'omafi hameenna taka inargiini gula yae: Duuba gaargala ibida argate aka akasiini nama ch'ufaa gorsa tahu.


Maro tokotu waan inni Waaqa ind'ugeesinifi malaikaani Aabbo isa d'oofte. Ramoni isa nyaate, inni due.


Isani worra oobru isanii hojatu hori imbaamne. Aka worri isani himatu ch'aqasa! Booti worra mid'aani keesani galchu, la gurra Waaqa Aabbo gudda geete!


Malaikani AABBO Waaqa fulla duuli Ashuru jiru d'at'e, askarti nama kuma d'ibbafi saddeetami shani hobaafte, boriyyaate lafti bariinaani nami reefa ufuma ch'iisu arge.


Atini waan anini qarqaarsa AABBO Waaqa male lafa teesani had'e balleese seeta? AABBO Waaqati, Beeni, lafa suni had'i balleesi naani jed'e.


ammo worri ch'ubbu imbada, badiini worraa inooltu. Waan worri duri nama tolche amma worra tolchani.


Ammo worri Sodoma worra ch'ubbicha hama, ka Waaqa durati daba tolchu.


Worri lamaani kaani waan Lutuuni jed'e, Hojja atini nama tokole arma keesa qabaatte, ilmaani tante taanaani, soddowaani tante taanaani yokhaani nama d'ibi ka fiit'a teeti ch'ufa ka lafa tana keesa jiru, armaa keesaa baasi;


Anini fulla isani waaqa iti kad'atani, ta gaareeni gubba, balleese, waan isani hit'aana irati aarsitanile ch'ufa ch'ach'abse, reefa keesani waaqoota isani harkaani mid'aafatani irati tuula. Anini aka hama isani jibbe,


Lafafi gubbaleeni arra d'uga tiyya aka, hojja isani na d'ugefachu diddani, lafa ira hobaatani. Lafa Yordanini gama, ta isani diquma iti inqubatini taanile guddo keesa inteetani keesa isani balleesani.


Abaarsi kunini ch'ufti isani d'aqabe isani qabate isani balleesa, waan isani AABBO Waaqa keesani saalfachu diddani, seerafi aada isaa, ta inni isanii kenne guutu diddaniifi.


Guyyuma kana lafti teesani badde ona taate, nama keesaa d'abani. Isii, nami yo arge iraa rifate, maqa isiitiini woli abaara; wonti akanatiifi AABBO Waaqi hameennaafi ch'ubbu isani tolchitani tana ya obsu dad'abe.


Worra kana ira fagaad'a, anini amuma tana worra balleesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite