Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 19:12 - KITAABA WAAQA

12 Worri lamaani kaani waan Lutuuni jed'e, Hojja atini nama tokole arma keesa qabaatte, ilmaani tante taanaani, soddowaani tante taanaani yokhaani nama d'ibi ka fiit'a teeti ch'ufa ka lafa tana keesa jiru, armaa keesaa baasi;

Gade chapit la Kopi




Uumama 19:12
13 Referans Kwoze  

Jennaani AABBO Waaqi waan Nuhuuni jed'e, Beena, siifi worri kanke ch'ufti hobolo seena, ani layu arge, nama lafa ke jiru ch'ufa keesa sii ch'allati nama d'ugaati.


Jennaani anini qonqo d'ibi ta gubba baate akani jettu d'agaye: Koota, nama kiyya! Isi biraa koota! Ch'ubbu isii keesa inseeniina, gaargala isii inqoodatiina!


Inni nama dansa ka Lutu jed'ani ch'alla baase, ka hameenni worra seera imbeenne isa gaargalche.


Tanaafi Waaqi aka nama d'uga gaargala isaa duraa baasu imbeekha, ammalle nama hama haga Guyya Qorsuma gaargalchu imbeekha,


Musani waan gumiini jed'e, Waaro worra ch'ubbicha kana hanqad'a waan worra tokole inqabatina; hojja qabattani worra woliini isani balleesani maro ch'ubbu worraatifi.


Malaikaani Waaqa toko waan jette, Oria, lubbu teesani baasa! Ufi duuba imillatiina, ammalle bale keesati inejatina; gaarati baqad'a, aka lubbuuni baatani.


Anini herega toko ch'alla worraa kenne: aka hojja ch'ufa dansuma ufitifi ta ilmaani isaaniti jed'ani na sodaatani.


Arifad'i, utaali! Haga atini achi geetuuti anini waan tokole intolchu. Waan Lutuuni diqa jed'eefi, dira suni maqa Zoari baasanifi.


Jennaani Lutuuni fulla soddowaani isaa d'aqe waan jed'eeni, Hurrisa, arma keesaa baha; AABBO Waaqi lafa tana balleesu fed'a. Ammo worri waanuma inni tabatu sehe.


Jennaani worri worra ala jiru kaani ch'ufa ila d'owe, aka worri balbala argu dad'abu.


wonti akanatiifi nu lafa tana imballeesina. AABBO Waaqi himacha hamtu worra kana himatani yayu d'agaye. Tanaafi nu gadi erge, aka nu lafa Sodoma tana balleesinu.


Gumi Israeli, arti baqad'a! Dallansu tiyya hamtu duraa baqad'a, lubbu ufi baasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite