Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 19:11 - KITAABA WAAQA

11 Jennaani worri worra ala jiru kaani ch'ufa ila d'owe, aka worri balbala argu dad'abu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 19:11
7 Referans Kwoze  

Worri Shamu kaani dira suni had'e jennaani Elishani Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO ila worra kana duduchi, AABBO Waaqi kad'acha isaa d'agaye, ila worra duduche.


Ammatana ilaali, harki Aabbo si gubbaa jira; ila d'abda, haga bulti diqo toko lafa ingartu. Maro tokotu ilti isaa sapupoofte, lafti iti dukanoofte, inni deeme nama ule isaa qabu barbaade.


Isani maanifi akana finna keesani jijirtani, waaqa gosa d'ibi gula yaatani? Akuma worri Ashuruu isani sobe, worri Misirileeni isani soba.


Isani waaqoota d'ibi barbaaddani, ufi dad'absiiftani, jibbaachu dad'abdani. Ammalle waan irre isani qabdani tana waaqooti teesani ta d'ara suni isanii kennite seetani.


Namuma aka male daalle, ka worra ufiti galu indandeenneti hujiini ufi ijeesa.


Worri lamaani kaani waan Lutuuni jed'e, Hojja atini nama tokole arma keesa qabaatte, ilmaani tante taanaani, soddowaani tante taanaani yokhaani nama d'ibi ka fiit'a teeti ch'ufa ka lafa tana keesa jiru, armaa keesaa baasi;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite