Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 18:2 - KITAABA WAAQA

2 Inni olmillate nama sadi ka ejaanju arge jennaani kae fuula ke fiige gajed'e

Gade chapit la Kopi




Uumama 18:2
23 Referans Kwoze  

Keessuma bulcha. Nami gari akasi tolchinaani, ato imbeekhiini, malaika bulche.


Jennaani worri kaani lamaani kara Sodoma dabre, ammo AABBO Waaqi fulla Abrahamuti hafe.


Yo malaikaani lamaani taani galgala Sodoma d'ufte, Lutuuni fullo dira suni ke taa. Inni worra arge jennaani fuula keesa deeme dura gajed'e waan jed'eeni,


Malaikaani AABBO Waaqa isiiti mullatte waan jetteeni, Atini qara maseena, taka ind'alle ammo d'iotu garaachoofte ilma d'alta.


Abrahamuuni worra dura gajed'e waan jed'eeni,


Ato Yoshuani d'aatu Yeriko jiru, inni olmillate, nama toko ka goraade harka qabu arge, kae gara isaa d'aqe waan jed'eeni, Atini nama keenna mo nyaapa keenna?


Yo Yudafi oboleyaani isaa mana Yusufutiini bahani, inni manuma jira. Isa durati gadijennaani


Aabbo, abbaani keenna inuma jira, baraa fayyaa jed'ani durati gajejed'ani.


Yusufuuni gale jennaani waan d'ufaninifi kaani kurfeesani itiini d'ufani durati gadi jejed'ani.


ufi koba eegeti hafe. Jennaani nami inni imbeenne d'ufe isaani wolwolaane, haga biiftuuni baatuti.


Jennaani jari kae fuula Sodoma deefate iti d'aabate, Abrahamuuni worra gegeese.


Isiini isaa saalfatte guddo gajette, Atini keessuma aka tiyya tana maafi naataafi? jette.


Gungumsu male, aananifi fooni qabdani woli kenna.


Waan qabdaniini oboleyaani gaargala qabdu qarqaara. Worra keesaniti keessuma bulcha.


Raagooti shantama ta Yeriko taani isa agarte jennaani waan jette irreeni Eliyaa ya Elishati hafte! Worri fuula keesa yae durati gajed'e,


Abramuuni Waaqa dura gajed'e, Waaqi waan jed'eeni,


waan jed'eeni, D'iiro tiyya, yo na tufachu baatani, mana kiyya bira indabriina.


Galgala toko ato ufumaa diida lafaa keesa deemu, gaala gadi yau arge.


Abrahamuuni worra gosa Hiti durati gajed'e,


Yusufuuni, ka gudda lafa Misiri nama lafa ch'ufa keesaa d'ufe mid'aani iti gurgure. Jennaani oboleyaani isaa d'ufte durati lafaa gajejette.


Jennaani Yusufuuni Yakobo ijoolle iraa guure d'aatu isati jilbifate mataani gajed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite