Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 18:13 - KITAABA WAAQA

13 AABBO Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Saraani maafi kofalte, Anini jaaruma tanaani ilme inargad'a? jetti?

Gade chapit la Kopi




Uumama 18:13
5 Referans Kwoze  

ammalle nama tokole ka waan namaa isati himu imfeene, waan inni waan nama keesa jira ch'ufa beekhufi.


Saraani kofalte waan ufiini jette, Bada, anini amma, nami jaare hobae kunini, d'iirsa kiyya ka jaare ufiyu dad'abe ind'araafi?


D'uguma wonti AABBO Waaqati jabaata injirti? Akuma qara anini siini jed'e, Anini jia sagali tae, yo ani deebie, Saraani ilma qabdi.


Saraani waan jette, Waaqi yayu gammachuufi koblaani naa d'ufe. Nami ch'ufti, ka waan kana d'agaye, na woliini kobla.


Iti darte waan jette, Eenuti sila Abrahamuuni, Saraani ijoolle inhoosifti jed'aani? Anini jaaruma isaa keesa ilma d'aleefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite