Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 17:23 - KITAABA WAAQA

23 Guyyuma suni Abrahamuuni ilma isaa Ishmaelifi nama d'iira ka worra isaa keesati d'alate, tisse mana isaa keesati d'alatte, ta horiini bitani wolumaani, qabanqaba qabeefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 17:23
16 Referans Kwoze  

Waan boritini koorte inkiyyibini waan jiddu tanati siti d'ufa imbeetu.


Waan hojattu ch'ufati jabaad'i, wonti akanatiifi fulla dua ta worra gadi, ta atini iti deemtu, huji, herega, beekha, yokhaani qaroomileeni tokoleeni injiru.


Anini harifad'e seera kanke guuta.


Worri lafa suni ch'ufti dubbi Hamoritiifi gurba isaa gula gale, nama worra ka d'iira ch'ufa qabanqaba qabani.


Anini isa yayu fohad'e, aka inni ilmaani isaatiifi ababoota isaa gorse, aka worri na ch'aqase waan dansaafi ka qajeela tolchu. Yo worri waan kana tolche, anileeni waan Abrahamuu Intolcha jed'e ch'ufa intolchaafi.


Qabanqaba woma keesa injirtu. Wonti fed'ani uumama haraa.


Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.


Pauloni isa fohate, aka inni isa woliini deemu. Inni isa fuud'e qabanqaba qabeefi, waan Yahudiini fulla suni jirtu ch'ufti aka abbaani isaa gosa Griki beetuufi.


Abramuuni aka ilma oboleesa isaa qabani d'ageennaani nama olla isaa ch'ufa ka had'i dandau, nama d'ibba saditiifi kud'ani saddeeti, wolti yaame hayyoota afraani taani haga lafa Dani reebani.


Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Atileeni gama kanketiini, sifi ilmaani tante ta d'aloota d'ufu, wold'ageeti tiyya tana jabeesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite