4 Abramuuni Hajiri garaacheese; isiini aka garaachoofte ufi agarraani Sarai ch'eera d'abde.
intala hamtu baddu badati jaarte, eege d'iirsa argete, intala hojattu ta haad'a mana worraa baafte.
Maro teesaniifi, oboleyaani, anini waan kana ch'ufa anaafi Apolo fakeese. Fakeenna kana anini aka isani dubbi ta, Aka dansa aada gula yaa jettu hubattaniifi jed'e. Isaniini tokoleeni nama toko tuffattani ka d'ibi inulfeesiina.
Ato Sanduqa suni diratini yaanu, intalti Saulo, Mikalini, qaa manatini milatte, aka Daudini AABBO Waaqa durati sirbe ch'ech'eu agarte jennaani isa tufate.
Saraiini Hajiri Abramu kennite, aka isiini niiti isaa taatu. (Wonti kunini eegi Abramuuni ganna kud'ani lafa Kanaani keesa tae taate.)
Jennaani Saraiini waan Abramuuni jette, Wollaala keetifi Hajiriini ch'eera na d'abde. Anumati isi sii kenne, ammo isiini haga garaacha ufirati garte ya ch'eera na d'abde. AABBO Waaqi anaafi si nama fulla injirre ha laalu.
Intalti isaa guddooni waan diqooni jette, Abbaani keenna ya jaare, d'iirti tokoleeni lafa keesa injirtu, ta nu fuute nu ira ilme argannu.
Guyya toko Ishmaeliini, ka Hajiriini, ta gosa Misiri, Abrahamu d'alteefi, Isaaqo much'a Sara woliini tabatani.
Duuba isiini Bilha d'iirsa ufiti kennite, inni isi barate.