Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 16:15 - KITAABA WAAQA

15 Hajiriini Abramuu ilma d'alte, inni maqa Ishmaeli baaseefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 16:15
13 Referans Kwoze  

Ishmaeliini, ka Hajiriini tisseeni Sara ta gosa Misiri Abrahamuu d'alte,


Abrahamuuni ilmaani d'iira lama qaba Isaaqofi Ishmaeli.


Koota, fulla akasi worra Ishmaeli kanati gurgurra. Innileeni oboleesuma keenna, d'iigumafi fooni keenna, wonti nu isa ijeemnuufi injirtu. Oboleyaani isaa, Ee jette isa gula deebite.


Tanaafi inni gara Ishmaeli ilma Abrahamu d'aqe, intala isaa ta Mahalathi jed'ani, oboleeti Nebayothi, fuud'e.


Ijoolleeni isaa Isaaqofi Ishmaeliini goda Makpela ka diida Mamre ilaboru jiru, keesati awaalte. Diida suni duri ka Efroni ilma Sohari, ka gosa Hiti.


Anini kad'acha tante ta waan Ishmaeli la d'agaye, waan kanafi isaa eebise daraarse ijoolle heddu kennaafi. Inni abba jaallaba kud'ani lama tahe, anini d'aloota isaa gosa guddo tolcha.


Waan inni Waaqaani jed'e, Ishmaeliini na d'aale ho?


Atini ilma d'alte maqa isaa Ishmaeli baafta, wonti akanatiifi AABBO Waaqi ya d'iba kanke arge boha tante d'agaye.


Waan kanafi eela jiddu Kadeshifi Beredi, Eela Waaqa jiru, ka na argu, jed'ani yaamani.


Gaafasi ganni Abramuu saddeetami jaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite