Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 16:14 - KITAABA WAAQA

14 Waan kanafi eela jiddu Kadeshifi Beredi, Eela Waaqa jiru, ka na argu, jed'ani yaamani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 16:14
7 Referans Kwoze  

Musafi Harunifi gumi Israeli ch'ufati deebie, lafa Kadeshi jed'ani ta aloo ta Parani keesati. Worri waan arge biyyati hime, mid'aani d'ufaninile biyya garsiisani.


Abrahamuuni due jennaani Waaqi guddo ilma isaa Isaaqo, ka gaafasi worri isaa fulla Eela Beer-Lahai-Roi jiru eebise.


Gaafasi Isaaqooni gara eela Beer-Lahai-Roiti d'ufe bita lafa Kanaani qubate.


Waan worri lachu achiti wolti kakhateefi fulla suni maqa Beersheba baasanifi.


Jennaani dachaani lafa Kadeshi d'ufani (ta gaafasi Enmisfati jed'ani). Lafa Amalekitifi gosa Amori ta lafa Hasason-Tamari ke teetu had'ani dabsatani.


Hajiriini Abramuu ilma d'alte, inni maqa Ishmaeli baaseefi.


Waaqi ila isii bane, eela bisaani qabu agarte. Gorjo bisaani guutate much'a d'eebu baafte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite