2 Ammo Abramuuni waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, wonti guddooni ati na tolchitu maani naa baati, ka anini ilme inqamne? Ufuftu nami na d'aalu Eliezeri ka gosa Damaski.
Mana kana keesa naafi inni qit'e. Sii, niiti isaa male, inni waan mana kana keesa jira tokole na ind'owine. Anini duuba akami dandae waan hamtu akana kana tolche Waaqa durati ch'ubbama?