Uumama 15:15 - KITAABA WAAQA15 Atini ammo ganna heddu teete, gaafa dootu awaala dansa argatta. Gade chapit la |
Jennaani Yakobooni ilmaani isaati d'aamate waan jed'eeni, Anini ammatana fulla d'ugaa d'aqa; goda oobru Efroni ta gosa Hiti, Makpelati, ta Mamreeni ilaboru lafa Kanaani keesa, fulla abbooti tiyya iti awaalaniti, na awaala. Godaafi oobru suni Abrahamuuni Efroni iraa bite, aka nama isaa keesati awaalu.