Uumama 15:12 - KITAABA WAAQA12 Aduuni d'iu geennaani hiribi guddaani Abramu qabate, hiriba suni keesa inni guddo nahe rifate. Gade chapit la |
Jennaani Daudini woraanafi sorora bisaani, ka d'aatu mata Saulo jiru, fuud'e isaafi Abishaini kaani iti d'aabatani. Nami tokoleeni ka worra arge yokhaani ka waan worri tolche beekhu injiru, nami tokoleeni ka damaqe injiru. Worri ch'ufti aka male rafu jira, waan AABBO Waaqi hiriba gudda worra ch'ufati buusefi.