Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 15:10 - KITAABA WAAQA

10 Abramuuni waan kana ch'ufa Waaqatini d'ufe qale, fooni fulla lama ta haga taka gargari qoode gama gama naqe, ammo fooni simpirre gargari inqoonne.

Gade chapit la Kopi




Uumama 15:10
6 Referans Kwoze  

Inni ha koola lachu fuud'e, nafa isaa gargari tarsaasu, ka koola suni iraa imbuqimne, ammalle ha fooni suni waan aka mesa kaani irati gubuti, aka akasiini ch'inch'aani waan gubani suni AABBO Waaqa gammachiiftu.


Eegi aduuni d'iite lafti dukanoofte, eele ibidaa ta aara qabdufi ifseeni bobeetu mullatte jiddu fooni kaani baate.


Ufi qorqorad'u, aka Waaqi huji tante quufu, aka hojattu huji ufiiti inch'eere, ammo ka d'aamsa Waaqa qajeelche himu.


Inni waan jed'e, Goromsa tokofi reeti tokofi elemo toko, ka ch'ufti ganna sadi, sabaliisa gudda tokofi diqa toko natiini kooti.


Allaatini iti buute, ammo Abramuuni iraa gusse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite