Uumama 15:1 - KITAABA WAAQA1 Eegi suni Abramuuni qonqo AABBO Waaqa ta daayya keesa iti d'ufte d'agaye. Qonqooni suni waan jette, Abramu, insodaatini, anini wonte sii tahe waan guddo sii tolcha. Gade chapit la |
Sauloni, dansa, nu yaasi jed'eeni, Jennaani dira namichi Waaqa kaani keesa tau d'aqani, ato worri gaara kore dirati oliyau dubra bisaani worabachu yaatuuni fuula keesa wold'ufani. Jaarsi wo himu kaani dira kana jira? Jed'ani dubra suni gaafatani. (Gaafasi Israeli keesa raagani, nama wo himu jed'aniini, Tanaafi hojja nami Waaqa wo gafaachu fed'u, nami sunini waan jed'u, gara nama wohimu nu yaasa jed'a.)