7 Jennaani dachaani lafa Kadeshi d'ufani (ta gaafasi Enmisfati jed'ani). Lafa Amalekitifi gosa Amori ta lafa Hasason-Tamari ke teetu had'ani dabsatani.
Qonqo Yehoshefathiti ergani waan jed'aniini: Duula muumme inqamne, ka worra Edomuti, galaana Sooda gama suni had'iisa keeti d'ufu jira. Worri suni dira Hasason-Tamari ya had'e dabsate. (Dira suni maqaani isaa d'ibiini Engedi.)
Abrahamuuni Mamree kae lafa Kanaani keesa bita godaane, jiddu Kadeshifi Shuri qubate. Eege lafa Gerari qubate achiti inni
Waan kanafi eela jiddu Kadeshifi Beredi, Eela Waaqa jiru, ka na argu, jed'ani yaamani.
Nibshani dira sooda, ammalle Engedi: diri kunini ch'ufti jaa ka kamu ollowaani ufi d'aatu qabu.
Duuba eegi nu guyya heddu Kadeshi keesa teenne.
Nu waan AABBO Waaqi keenna tolcha nuuni jed'e, tolchine. Duuba gaafa gaareeni Amoriti godaane, gaara Sinaiti kaane lafa aloo ballo nama sodaachiftu keesa dabarre.
Jennaani daayya ufi keesa Balamuni worra Amaleki arge waan jed'e: Amalekini qara gosa ch'ufa ira jabdu, ammo amma muummeeni worraa baddi taati.
Gumiini Israeli ch'ufti jia qara keesa d'ufte, lafa aloo ta Sinaiti baate Kadeshiti qubate. Achiti Miriamuuni lubbu d'abde awaalani.
Jennaani worri Amalekitifi ka Kanaani, ka gaareeni suni keesa tau, worra had'e dabsate haga Horma gusse.
Worri Amalekitifi ka kanaani isani dura jira, woraana worratiini dootani; waan isani AABBO Waaqa gula deemu didanifi inni isanii wahelche isanii inkalchu.
Musafi Harunifi gumi Israeli ch'ufati deebie, lafa Kadeshi jed'ani ta aloo ta Parani keesati. Worri waan arge biyyati hime, mid'aani d'ufaninile biyya garsiisani.
Kora, Gatamu ammalle Amaleki. Tunini ch'ufti d'aloota Esau, ta Adaani isaa d'alte.
Maddo Engeditifi maddo Eneglaimu jiddu, nami qurt'umi guura afaani galaana ejaanje, qurt'umi guurate, t'urura ufi afate gossa. Qurt'umi gosa gosa ta muumme inqamneti achi jira, ta akuma galaana gudda keesa jirtu.
Qooda lafaa ta gosa Gaditi kennani moga bita, seeri Tamari iraa bahe, maddo Kadeshiti qajeele, laga seera Misiri ira bahu gula deeme Baariini Guddaani bahe.