Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 14:11 - KITAABA WAAQA

11 Hayyooti afraani taani waan Sodomafi Gomora ke jira ch'ufa, horifi sagalele fud'atte itiini d'aabatte.

Gade chapit la Kopi




Uumama 14:11
8 Referans Kwoze  

Hayyuuni Sodoma waan Abramuuni jed'e, Hori galfatte kanaani tai, ammo nama kiyya ch'ufa naa deebisi.


waan qara fud'atani iraa buuse. Ammalle Lutu, ilma oboleesa isaa ka boojiani, isaafi hori isaa ch'ufafi nad'eenifi worra qara boojianile deebise.


Worri kunini loonifi mid'aani keesani nyaate, hormaata isaani d'owe isani hobaasa. Worri mid'aani, daad'i, d'ad'a, loonifi reele tokole isanii inhambisu, haga isani hobaataniti.


AABBO Waaqi d'ullaa isani haguma jirtani infayyine jilbaafi miila keesaniti buusa, d'ullaani sunini miilaafi gubbee matale isani qabata.


Looni keesani isani durati qalani, ammo fooni isaani inyaatani. Harre teesani, ato isani agartanu, isani duraa fud'atani, ammalle isanii indeebisani. Hooliye teesani nyaapa keesanii kennani nami isanii deebisu injiru.


Abramuuni niiti isaa Sarai fud'ate, Lutu ilma oboleesa isaale fud'ate, horifi tissele Harani keesati horate ch'ufa fud'ate, lafa Kanaaniti godaanaa kae. Lafa Kanaanitiini baannaani,


Baleeni suni boola waan aka laami qabdu heddu qabdi, duuba hayyooti Sodomafi Gomora, ato baqachu jirtu, boola laami suni keesa duudde; ammo taani sadeeni gaarati baqatte.


Lutule, ilma oboleesa Abramu, ka Sodoma ke tau isaafi hori isaale boojiani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite