Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 13:5 - KITAABA WAAQA

5 Lutuleeni, ka Abramu woliini godaane, reefi loonifi worrale kama ufii qaba.

Gade chapit la Kopi




Uumama 13:5
6 Referans Kwoze  

Waaro worraatifi ree worraatifi golla waaro worraatifi waan waaro worraa keesa jira ch'ufa qaba. Duuba waan worraani jettani, sodaani ya gama ch'ufaani isani marsite.


Ijoolleeni lachu gugurdatte, Esauuni nama adamo dansa ka waan ala jaalatu tahe, ammo Yakobooni nama ch'allisa worra imbaane tahe.


Adaani Yabali d'alte. Inni abba worra hori horate waaro keesa tau.


Abramuuni niiti isaa Sarai fud'ate, Lutu ilma oboleesa isaale fud'ate, horifi tissele Harani keesati horate ch'ufa fud'ate, lafa Kanaaniti godaanaa kae. Lafa Kanaanitiini baannaani,


Tanaafi lafti suni worra lachu wolti fuud'u dad'abde, waan worri hori guddo qabuufi.


Ganni isaa torbatami shani gahe jennaani Abramuuni Harani keesaa godaane, akuma Waaqi jed'eeni, Lutuuni isa woliini godaane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite