Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 12:4 - KITAABA WAAQA

4 Ganni isaa torbatami shani gahe jennaani Abramuuni Harani keesaa godaane, akuma Waaqi jed'eeni, Lutuuni isa woliini godaane.

Gade chapit la Kopi




Uumama 12:4
10 Referans Kwoze  

D'ugefachaani Abrahamuuni, gaafa Waaqi isa yaame ch'aqase, lafa Waaqi isaa kakhate d'aqe. Inni kae lafa ufi keesaa deeme, ka gara deemu imbeenne.


Teraani ilma isaa Abramufi akhaakhu isaa Lutu, ka Haraniini d'ale, ammalle Sarai niiti Abramu fuud'e, dira Uru, ka lafa Kaldayo keesaa kae, lafa Kanaaniti godaane, lafa Harani geennaani achumati qubate.


Ilmaani Tera tana; inni abba Abramufi Nahorifi Harani. Haraniini abba Lutu.


Jennaani inni lafa Kaldayo keesaa bahe lafa Harani qubate. Eegi abbaani isaa due, inni lafa tana ta isani amma keesa tetaniti qubate.


Abrahamuuni obse jennaani waan Waaqi iti kakhate argate.


Saraiini Hajiri Abramu kennite, aka isiini niiti isaa taatu. (Wonti kunini eegi Abramuuni ganna kud'ani lafa Kanaani keesa tae taate.)


Gaafasi ganni Abramuu saddeetami jaa.


Abrahamuuni eegi jaare hobae, ganni isaa d'ibba tokofi torbatami shani gahe jennaani dulloome.


Yakobooni Beershebaa kae kara Harani iti d'aabate.


Lutuleeni, ka Abramu woliini godaane, reefi loonifi worrale kama ufii qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite