Uumama 12:2 - KITAABA WAAQA2 Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani. Gade chapit la |
Ammalle isani, worra Yudatifi ka Israeli! Duri nyaapi woli abaare waan woliini jed'e, Akuma Yerusalemufi Yudaani gaargala argate, Waaqi isani gaargalchinna! Ammo eegi anini taka tana isani baasu, nyaapi kaani akana woli eebisa: Waaqi akuma Yudafi Israeli eebise isani eebisinna! Tanaafi jabaad'a, insodaatina!