Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 12:17 - KITAABA WAAQA

17 Waan hayyuuni Sarai fud'ateefi AABBO Waaqi d'ukuba hama isaafi worra isaatini d'ufe.

Gade chapit la Kopi




Uumama 12:17
8 Referans Kwoze  

Ammo Waaqi gosa d'ibi worra dabsu d'owe, maro worraatifi hayyoota gorse waan jed'eeni:


Daudini waan isani jed'e, oobdi tante naa gurguri, fulla Waaqa sorio iti qalani keesati jaara, aka inni d'ukuba ch'iisa hama kana lafa keesaa balleesu. Anini waan isiini bitamtuni ch'ufa sii keenna.


Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.


Inni worra lafa fidu ira ch'iise, dureesa jaalate hiyyeesa injibu, wonti akanatiifi nama ch'ufa isumati uume.


Halkani toko Waaqi oobju keesa iti mullate waan jed'eeni, Atini indoota, waan niiti tana, ta qara fuud'ani, fud'atteefi.


Waan Abimelekiini Sara niiti Abrahamuu fud'atteefi, AABBO Waaqi worra isaa ch'ufa ka uwa d'alu d'owe. Ammo Abrahamuuni guddo Waaqa Abimeleki kad'ate, tanaafi Waaqi isaa araarame, niiti isaatiifi tissele isaa ta uwale ch'ufa fayyise, aka worri ijoolle d'alu tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite