Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 11:9 - KITAABA WAAQA

9 Tanaafi dira suni maqa Babeli baasani; wonti akanatiifi achiti AABBO Waaqi afaani nama ch'ufa wolmillise, achumaani nama ch'ufa gargari baase wolhanqise.

Gade chapit la Kopi




Uumama 11:9
10 Referans Kwoze  

Gaafa qara lafti inni fide Babiloni, Ereku, Akadi, Kalne, lafa Shinari keesa.


Tunini ilmaani Hamu, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Tana ira worri afaani baariini tau hore. Tunini ilmaani Yafethi, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Inni nama toko iraa gosa lafa ch'ufa keesa teetu uume, lafa ch'ufa keesa qubsise. Isumati qara bara gochiti suni teetufi seera lafale tolche.


Yo gumiini ch'ufti wolwoldeete nami ch'ufti afaani d'ibiini dubbate — yo nami diida ka ind'ugefatiini olseene, Isaniini ch'ufti ya maraattani injed'u?


Eberileeni ijoolle lama ta d'iira d'ale: ka qara maqa Pelegi baasanifi, wonti akanatiifi ato inni jiru lafti gargari qoodamte; ka lameeso maqaani Yoktani.


Ee Aabbo, nyaapa kiyya afaani wolwolaalchisi! Anini dira keesa nama woldiduufi ka woldabsu arga


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite