Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 11:7 - KITAABA WAAQA

7 Koota me, gadi buune, afaani worraa wolmilisine, aka worri wolind'ageenne.

Gade chapit la Kopi




Uumama 11:7
20 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi mala gosa d'ibi balleese, herega biyyale yaka.


Ee Aabbo, nyaapa kiyya afaani wolwolaalchisi! Anini dira keesa nama woldiduufi ka woldabsu arga


Jennaani Waaqi waan jed'e, Koota, nama mid'aasina fakeennafi akheekha keenna gula, aka inni qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisa ch'ufafi horifi bineensa allaatiifi waan garaani lafa ira lohu ch'ufale mohatu.


Yo gumiini ch'ufti wolwoldeete nami ch'ufti afaani d'ibiini dubbate — yo nami diida ka ind'ugefatiini olseene, Isaniini ch'ufti ya maraattani injed'u?


Ee gumi Israeli, AABBO Waaqi gosa fago jirtu had'iisa isanitini d'ufa. Gochiti suni duru lafa jirti, ammalle guddo jabdu, afaani worraale nami keesani tokoleeni imbeekhu.


AABBO Waaqi barch'uma isaa ka gubba ira tae worra koble goyesa.


Inni nama d'ugeefatani ch'allisise, qarooma jaarole iraa fuud'a.


AABBO Waaqi gosa isani afaani isii ind'ageenne muumme lafati isaniti erge, worri aka risa isani ira bua.


Jennaani anini qonqo AABBO Waaqa ta, Anini eenu erga? Eenuti ergattu nuu taha jettu d'agaye. Anini waan jed'eeni, Anini kunooti, na ergad'i!


Yusufuuni waan worri jed'e hubate, ammo worri aka inni hubate imbeekanne, waan afaani worra isaa deebisanifi.


Jennaani AABBO Waaqi gadi bue, dirafi mana d'eera nami jaare argu d'ufe


Tunini ilmaani Hamu, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Namichi kunini ya akuma keenna tahe waan hamtufi dansa gargari hubate. Tanaafi inni amma tana harka d'eerefate mid'aani mukha jireennaa buqise nyaate haga jiru jireenna jiraachuuni himmalle.


Worri kunini ch'ufti worra ilmaani Nuhu iraa hore, d'alootafi gosa isaani gula. Worra kana iraa gochiti lafaa ch'ufti baate, eegi fach'ai bisaani lafa balleese.


Tana ira worri afaani baariini tau hore. Tunini ilmaani Yafethi, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Eentu afaani namaa kenna? Eentu afaanifi gurra nama duucha? Eentu ila nama bane duucha? Ana, AABBO Waaqaaniti?


Isani iti deebitani worra gosa d'ibi kiyyiba ka afaani isaani ind'ageenne dubbatu inagartani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite