Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 11:11 - KITAABA WAAQA

11 Eegi suni inni ganna d'ibba shani tae ilmaani d'ibile d'ale.

Gade chapit la Kopi




Uumama 11:11
8 Referans Kwoze  

Amma duuba isani hora deebana, dagaaga daga hora.


Ilmaani teenna ta d'iira ha kaimoma ufi keesa mukha bahe jabaatu taatu. Ilmaani teenna ta dubraleeni ha utuba mana hayyu jala d'ad'aabani taatu.


eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.


Tunini ilmaani Shemu. Eegi bisaani fach'aani lafa balleesani kaani, ganni lama dabre jennaani Shemuuni, ka ganni isaa d'ibba toko, Arfaksadi d'ale.


Arfaksadiini ganna sodomi shani tae ilma isaa Sela d'ale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite