Uumama 10:9 - KITAABA WAAQA9 Inni AABBO Waaqa durati nama adamo jaba tahe, tanaafi biyyiti waan jettu, Ebelluuni AABBO Waaqa durati nama aka Nimrodi adamooti jaba jetti. Gade chapit la |
Waan AABBO Waaqi guddaani jed'u iti himi, waan jettuuni. Nad'eeni tana, isani ya baddani! Isani qud'aama harkaa namaa hod'itani hagogo falfalaa mata ira namaa keetani, aka akasiini t'urura keesa nama buuftani nama balleesitani. Isani irre gumi tiyyaani ijeeftani jireesitani argu feetani, aka kara sunini woi argatani.
Lafa suni keesa jara ergani tokoti, jira, ka hobolo ilaaduni mid'aasanini bisaani galaana gubba yau. Isani, jari ergattu kunini, ka yoosu armaani bahe, kaa gala! Lafa teesani ta galaani gargari kute, ta gochiti jabduuni irre qabdu keesa teetu, ta nama d'ed'eera nafi qulqullicha, ka nami lafa ch'ufa sodaatu qabdu d'aamsa kanaani iti gala.