Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 10:25 - KITAABA WAAQA

25 Eberileeni ijoolle lama ta d'iira d'ale: ka qara maqa Pelegi baasanifi, wonti akanatiifi ato inni jiru lafti gargari qoodamte; ka lameeso maqaani Yoktani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 10:25
10 Referans Kwoze  

Eberini ilmaani d'iira lama d'ale; toko maqaani Pelegi, wonti maqa suni baasanifi bara suni nami ch'ufti gargari bahe; gurba kaani d'ibi maqaani Yoktani.


Inni nama toko iraa gosa lafa ch'ufa keesa teetu uume, lafa ch'ufa keesa qubsise. Isumati qara bara gochiti suni teetufi seera lafale tolche.


Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.


Worri kunini ch'ufti worra ilmaani Nuhu iraa hore, d'alootafi gosa isaani gula. Worra kana iraa gochiti lafaa ch'ufti baate, eegi fach'ai bisaani lafa balleese.


Shemuleeni, ka oboleesa gudda Yafethi, ka ammalle abba ijoolle Eberi, ijoolle d'ale.


Yoktaniini ilmaani tana d'ale Almodadi, Shelefu, Hasarmawethi, Yera,


Tana ira worri afaani baariini tau hore. Tunini ilmaani Yafethi, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Lafti worraa nyaapa inqabdu, yokhaani nami, worra Waaqa iraa gorsu, injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite