Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 1:30 - KITAABA WAAQA

30 Ammo bineensa miilaani lafa ira yaufi ka gubbaa barisufi ka lafa ira lohuleeni, ka lubbu qabu ch'ufti ha marraani fidamu; duuba akuma suni taate.

Gade chapit la Kopi




Uumama 1:30
11 Referans Kwoze  

Atini marra horii baafte, mukhale nama baafta; aka akasiini inni mid'aanifi daad'i isa gammachiiftuufi; d'aad'a inni ifsaatufi qit'a jabeenna isaa kennule ira argatu.


Inni sagale horii kenne, ilmaani haranqeesale, hojja isiini isaa kad'atu, nyaachisa.


Marri inni nyaatu gaareeni gubbaati baha, fulla bineensi tabatu.


Me, gorjama Behemothi jed'ani ilaali; siifi isale anumati uume. Inni aka looni marra nyaata,


Waan lubbu qaba ch'ufa, mukhaafi bineensale, ya sii kenne, aka isiini sagale sii taatu.


Risaani fulla reefati wolti bahe, ilmaani risa d'iiga d'uddi.


Gaareeni fulla isiini tikhattu, ta worri waan dotaatu ka nyaatu iraa barbaadu.


Ilmaani isi alati jajabaate, guddate, kaate iti d'aabati, deebite haad'ati indeebitu.


Ammalle sagale gosa ch'ufa ta nyaatani fuud'i olkayi, aka isiini liqimsa namaatiifi ta bineensale taatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite