Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 1:25 - KITAABA WAAQA

25 Akanaani Waaqi bineensa gosa ch'ufa, ka lafa ira lohufi ka illoonnefi ammalle horile ch'ufa, woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.

Gade chapit la Kopi




Uumama 1:25
9 Referans Kwoze  

Irreefi jabeenna kiyya guddaani anini lafafi namaafi bineensa lafa keesa jiru ch'ufa uume, lafa suni nama anini jaalad'u kenna.


Hafuura isaati goorjama baariini ka baqatu ijeese.


wonti akasitiifi dubbi Waaqaatiifi kad'achati waan kana Waaqa durati qulqulleesa.


Wonti lubbu qaba, nama taanaani, bineensa taanaani, simpirre taanaani, bineensa garaani lafa ira lohule taanaani, ch'ufti hobaate.


Wonti lubbu qaba, ka lafa gubbaa jira, haguma geetuuni hobaate.


Bineensafi simpirrele gaafad'i, worrati si barsiisa; waan garaani lafa ira loatifi


Me, waan miila goorjama siti hime, aka inni jaba hama si barsiisa, ch'aqasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite