Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 1:20 - KITAABA WAAQA

20 Jennaani Waaqi waan jed'e, Bisaani waan lubbu qaba heddu ha d'alani; simpirreleeni ha gubba qilleensa keesa bariftu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 1:20
17 Referans Kwoze  

Duuba inni biyye lafaa fuud'e bineensafi simpirre gosa ch'ufa mid'aase namichatiini d'ufe, aka maqa inni baasufi laalu; tana gula bineensi ch'ufti maqa argate.


Inni mukha haguma hind'eesa Lebanoniti iti keeyate mukeeni didiqo mana ira baatu ch'ufa muumme baase ch'ufa waan isaa dubbate: Ammalle bineensafi simpireefi waan lafa ira loatifi qurt'umile ch'ufa waan isii dubbate.


bineensa alaa ch'ufafi hori ch'ufafi waan garaani lafa ira loatifi wonti koola ch'ufti, isa faarsa.


Ammo bineensa miilaani lafa ira yaufi ka gubbaa barisufi ka lafa ira lohuleeni, ka lubbu qabu ch'ufti ha marraani fidamu; duuba akuma suni taate.


Waan lubbu qaba ka hobolo keesa jiru ch'ufa gadi baasi, simpirrele taanaani, bineensa taanaani, hori taanaani, ammalle waan lafa ira lohu taanaani ch'ufa gadi baasi, aka worri hore lafa guute deebanu.


Waaqi waan kana ch'ufa eebise waan jed'e, Hora bula, baariini guuta; simpirreleeni, Hora, lafa ira dabra jed'e.


Jennaani Waaqi waan jed'e, Ifsaani ha gubbaa mullattu, aka halkanifi guyya gargari beekhani.


Yokhaani harki nama isa inyaachisu, aka waan inni wo fed'u. Wonti akanatiifi inni jireennafi hafuura nama ch'ufaa kenna.


Nami qaroomafi beekhumafi oguma ufitiini hojate, duuba eege nama waan suni inhojatiiniti lakisa. Aki kunini woma imbahu, ammalle daba!


Akanaani galgali tahe diiramileeni tahe; kunini guyya afreeso.


Akanaani Waaqi bineensa gugurdafi didiqa ka bisaani keesa galu, simpirre gosa ch'ufale woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.


Wonti lubbu qaba, nama taanaani, bineensa taanaani, simpirre taanaani, bineensa garaani lafa ira lohule taanaani, ch'ufti hobaate.


Waan kana nyaattani ufi int'ureesina.


Wonti kunini ch'ufti aka AABBO Waaqi harka ufiitini worra uume imbeetu?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite