18 halkanifi guyya mohate ifsafi dukana gargari baasu. Waaqi wonti kunini dansa arge.
AABBO Waaqi adu ifsa guyya tolche, halkani jiaafi urji ifsaa tolcha. Inni baariini chochoose roraasa; maqaani isaa AABBO Waaqa gudda.
Isiini ilaborutiini gabaate ila galchutiini d'iiti wonti owa isi duraa d'okhata injirtu.
Akanaani galgali tahe diiramileeni tahe; kunini guyya afreeso.