Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 1:10 - KITAABA WAAQA

10 Waaqi biyye goddu suniini Lafa jed'e, ammalle bisaani wolti deebiani suniini Baariini jed'e; Waaqi wonti kunini dansa arge.

Gade chapit la Kopi




Uumama 1:10
7 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi jaba aka d'akha, ka wonti inni tolchu ch'ufti d'uga. Inni Waaqa d'uga, ka d'ugeefatani, ka qajeelafi d'ugaa tolchu.


Guddinni AABBO Waaqaa ha haga jiru jireenna tahuti! AABBO Waaqi waan inni uume ira ha gammaduti!


Waaqi aka ifsaani suni dansa arge, ifsafi dukana gargari baase.


Inni bisaani ch'ufa fulla tokoti wolti deebise, d'immu baariinilee fulluma isiiti ch'ufe olkaye.


Inni baariinifi lafale harka ufiitini uume fida.


ka lafafi gubbafi baariinifi waan keesa jira ch'ufa uume heregatu. Inni hojja ch'ufa kakhu ufi guute;


Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Ebrania; ammalle anini AABBO Waaqa gubbaa, ka lafafi baariinile uume sodaad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite