Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Tiitoo 2:8 - KITAABA WAAQA

8 Dubbi dansa ta nami dandae intufanne dubbad'u aka nyaapi kanke waan nuuni jed'u, d'abe ch'eeru.

Gade chapit la Kopi




Tiitoo 2:8
15 Referans Kwoze  

Adabi keesani gara worra Waaqa imbeenne ha dansa tahu, aka yo worri hameenna isani himate, huji teesani dansa argani, duuba Guyya d'ufiisa Waaqa isa faarsani.


Fed'iini Waaqa tana: aka isani hasaa daalluma, ka worra woma imbeenne, huji teesani dansaani ch'allisiiftani.


Qalbi teesani qulqullefad'a, aka yo isani arabsani nami maro isani adaba dansaani Kristo gula yaataniifi hameenna isaniti dubbatu ch'eeru.


Nami barsiisa d'ibi barsiisu, ka dubbi Aabbo Yeso Kristo ka d'ugatiifi waan aadaani teenna nama barsiiftu didu


Nami toko hegeri d'aamsa nu tatabe tana keesati t'aamnu inguutufa. Nama suni ilaala, lagad'a, aka inni ufumaani ch'eeru.


Jennaani anini waan jed'eeni, wonti isani tolchitani sunini diqole dansaniti! Sila Waaqa sodaatani waan dansa tahu maltani. Yo akasi taatani nyaapi keenna, ka gosa d'ibi, waan nu goyeesuuni inqabu.


Isani worri AABBO Waaqa saalfate isa sodaatu, waan inni jed'u ch'aqasa: Waan isani nama kiyya taatanifi, nami keesani ka gari isani jibbe, isani hanqata. Worri isani goyeese waan jed'u, AABBO Waaqi ha guddinna ufi isani agarsiise isani baasu, aka nu akasiini gammada keesani agarru. Ammo worruma akasi jed'u suni ch'eersani!


Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.


Yesoni aka inni qalbiini deebise arginaani waan jed'eeni. Atini Finna Waaqa iraa fago injirtu. Eegi suni, nami ch'ufumaanu isa gaafachu sodaate.


Nami Seera beekhu kaani waan Yesoni jed'e, D'uguma baanta, Aabbo atini waan d'uga dubbatte, aka Waaqi toko ch'alla, ammalle aka kad'ibiini injirre, isa male;


Jara Seera beekhu keesa, nami toko isati d'ufe, aka worri woldide d'ageennaani, ammalle aka Yesoni aka dansa worraa deebise beennaani, isa gaafate waan jed'e, Seera kamiti ch'ufa ira jaba?


Yesoni waan jed'eeni, Waan Kaisari, Kaisarii baasa, ammo waan Waaqa, Waaqaa baasa. Worri guddo waan isaa mame.


Biyya teenna aka huji dansa tolchani aka waan fed'ani argatani barsiisi, ufuma intataiina jed'iini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite