Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Tiitoo 1:7 - KITAABA WAAQA

7 Maro inni huji Waaqa harka qabuufi inni wollaala qabaachu himmalle. Kiyyibe miira indiqaatiini, farso d'uge namaani woldide insabdaiini.

Gade chapit la Kopi




Tiitoo 1:7
23 Referans Kwoze  

keesuma worra d'araa nafa hama gula yae jabeenna Waaqa tuffatu. Barsiiftuuni d'ara tunini ch'ufti daalle kiyyibdu, ta mata jabaattu, ta uumata gubba jira insodaanne arabsitu.


Daad'iini imachaiina, wonti kuni isani balleesiti; ammo Lubbuuni Waaqaa isani guutiinna.


Hooliye Waaqi isanii kenne garaa tokooni tissa, garaa lamaaniti, akuma Waaqi aka isani tolchitani fed'u. Huji teesani hori keesaa argattani ch'allaafi intolchiina, ammo fed'iini tolcha.


Nami ch'ufti ya Waaqa iraa eeba argate. Duuba inni eeba suni ha jabeese nama ch'ufaani qarqaaruti.


Duuba Aabbooni waan jed'eeni, Gololchituuni qalbi qabdu ta abba ufi guute eennu re? Inni ka abbaani isaa waan ch'ufa harka isati kenne, hojattu d'ibi gololchi jed'uuni.


Ammalle qaaloleeni, ato naabo garaa keesa inseeniini, daad'i d'ugu himmalle.


Raagootafi qaaloleeni farso d'udde, aka male machoofte dadaat'i. Worri aka male daad'ifi farso d'uge, machae gugufachaa yaa. Raagooti aka male farso d'udde daayya Waaqi garsiisule hubachu dad'abdi, qaaloleeni aka male machoofte dubbi itiini d'ufani qoru dad'abdi.


Nami miira diqa dallane waan daalleeni tolchitu tolcha; ammo nami qarooni obsuumani taa.


Nami miira diqa yoosu namaani wold'abani, ammo nami miira gudda nageele.


Akasuma jaarole nad'eenileeni, Aka nad'eeni jireenna qulqullo qabdu taha jed'iini. Nama hamattani yokhaani tisse farsole intahiina jed'iini. Waan dansa barsiisu malte


Anini aka atini waan tolchu malani guutuufi lafa Krete keesati si lakise, ammalle aka atini dira ch'ufa keesati jaarole gumi fohattu. Gorsa kiyya qaabad'u:


Maqaani keenna Paulofi Timotheo, hojattu Kristo Yeso. Gara gumi Waaqa ta lafa Filipi keesa jirtu, ta Kristo Yeso d'ugefattu, jaarole gumitiifi jara gumi Waaqa hojatu woliini:


Hojattuuni d'ugatiifi qarooni tami? Inni ka abbaani isaa gudda hojattu ch'ufaa tolche, aka sagale hojja saatiini geetu kennuufi.


Miira guddad'i; haalo wolfuud'itiini daalluma.


Miira guddinni jannooma ira jira. Nami obsa gudda nama dira heddu had'e dabsatu ira jira.


Sifi ilmaani tante daad'ifi haraqe d'uuddani Waaro Woyyuma induudiina; yo akasi taatani indootani. Tunini seera haga jiru jireenna d'alooti kanke guutu male.


Anini haasaa worraa keesa inseenu, yokhaani kora worraale ind'aqu, waan dallansu keesa nama ijeesani taba keesa sangoole mogolchaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite