Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Tiitoo 1:13 - KITAABA WAAQA

13 Wonti inni jed'e sunini d'uga. Maro waan kanatifi aka dansa worra gorsu malte, aka worri d'ugefacha qit'e horate

Gade chapit la Kopi




Tiitoo 1:13
12 Referans Kwoze  

Jaaroleeni, Ufi iwolaaliina, qalbi horad'a, ufi qorqorad'a; d'ugefacha dansaafi jaalalafi obsa horad'a jed'iini.


Nama daba tolchu ch'ufa diida keesati gorsi, aka nami d'ibiini sodaatu.


Waan kana nama barsiisi, jabeenna kanke ch'ufaani nama si ch'aqasu ch'ufa jabeesi, gorsi. Nami tokoleeni si intufatiini.


dubbi tana barsiisi, hojja ch'ufa odeesi, yo fed'anifi yo imfeenele namaa galchi, gorsi, jabeesi, obsaani barsiisi.


Maro waan kanatifi anini tatabe tana, ato fago isani ira jiraad'ele, isaniti t'aafa; aka yo d'ufu, anini jabeenna Aabbooni na kenneeni isaniti indalanne, jabeenna isaniini jabeesu ka isaniini balleesuniti.


Yo barsiisa tana oboleyaaniti himte, hojattu Kristo Yeso dansa taata, ka dubbi d'uga fud'ate barsiisa d'uga gula deemu.


Dubbini diideesani namaani gorsani jaalala d'ossa ira jirti.


Nami dansaani dandae d'aane jaalalaani na gorsa, ammo Waaqi harka ch'ubbicha na muudu d'owina; wonti akanatiifi anini hojja ch'ufa aka hujiini worraa hamaattu Waaqa kad'ad'a.


Seera kanke aka dansaa na guuchisiisi aka anini inch'eerfanne.


Nama injibbina ammo aka maro isaatiifi ch'ubbu keesa imbuune wold'aqa, woliini taa.


sharmut'afi midiisafi, nama nama d'ibi hatufi ka d'ara dubbate kiyyibu, yokhaani ka barsiisa d'uga lakise waan d'ibi tolchu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite