Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Sefania 2:4 - KITAABA WAAQA

4 Nami tokoleeni dira Gaza keesati inhafu, diri Ashkelonileeni ona taha. Worra Ashdodile guyya guddaani dira keesaa gussani, worra Ekronile dira isaani keesaa gussani.

Gade chapit la Kopi




Sefania 2:4
9 Referans Kwoze  

Lafa teesani keesa nad'eeni hiyyeeyini maansa baariini ira jirti. Anini nama keesani, ato worri kaimaatu, hobaase, haawani worraa gaargalcha. Anini tassa gaargalafi mudamsu worraatini d'ufe.


waan jed'u, Yerusalemu had'iisa kurfaa! Kurfefad'a, nu guyya guddaani haana! Ammo duuba eege waan jed'ani, ya ture, lafti ya galgaloofte, gaadisi galgalaleeni ya d'eerate.


Ch'iisa d'ukuba ka dukana keesa si qabatu, yokhaani hameenna guyya ch'ufa si qabatu insodaatu.


Isani worri Filisti, waan uleeni isani d'oofte ch'abt'eefi ingammadina. Hojja bofi toko duu, ka hagasi ira hammaati fulla suni d'alata. Wonti bofi sunini d'alu bofa barisu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite