Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Sefania 1:9 - KITAABA WAAQA

9 Ammalle anini nama aka nama Waaqa d'uga imbeenne kad'atu, ka wo hate nama ijeese mana abba isaa waan saamateeni guutu, ingaargalcha.

Gade chapit la Kopi




Sefania 1:9
11 Referans Kwoze  

(Wonti qaaloleeni Dagonitifi nami Ashdodi keesati isa kad'atu ch'ufti fulla suni ira ejachu dide takarfatufi suni.)


AABBO Waaqi waan jed'u, Worri kunini waan dabsani nama saamani iraa guurataniini maneeni worraa guuta. Worri d'uga beekhe gula indeemu.


Abbootiini isii hori duri ira argattu aka d'abdu arginaani Paulofi Sila qabani gabayati hirkisani, jaarole dura geesani,


Yo nami lafa mohatu dubbi d'ara ch'aqase gula deemu, worri isa jala hojatu ch'ufti nama d'araa taha.


Jari duri na durati gudda lafa suni tahe ch'ufti biyya dabse, guyya ch'ufa qarsi afurtamatiifi daad'ifi sagale ira guurata.


Diirama d'iirsi isi deemaa lafaa kae jennaani gaarayu isaa ta mana dura harka balbalati d'eerefate ch'iiftu arge.


Akuma nami adamo simpirre subba ufi guutatu, akasuma worri maneeni isaani waan saamanini guute.


Dureeyyiini teesani hiyyeesa dabsite, nami keesani ch'ufti d'ara dubbate, arabi worraleeni nama soba.


Anini, Maani jed'e gaafad'e. Isiini waan naani jette, Sanduqa ka ch'ubbu lafa ch'ufa akheekhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite