Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Sefania 1:7 - KITAABA WAAQA

7 Guyyaani AABBO Waaqaa yad'iaate, guyyaani inni wo tolchu; duuba isa durati indubbatiina, ch'allisa. AABBO Waaqi kurfefachuu jira, aka gumi isaa aka aka sorio qaqalu.

Gade chapit la Kopi




Sefania 1:7
39 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.


Nami ch'ufti AABBO Waaqa durati ch'allisa, wonti akanatiifi inni Mana ufii qulqullo keesaa kae d'ufuu jira.


Guyyaani jabaani AABBO Waaqaa ya d'iaate — arifate d'ufu jira! Guyyaani sunini guyya laalala taha, askartiini jannileeni guyya suni ufi jibbaatte iyiti!


Kunini guyya AABBO Waaqa guddaa, ka inni haalo baafate, nyaapa isaa balleesu. Goraadeeni isaa worra nyaatte, d'iiga worraa d'udde quufti. Arra AABBO Waaqi guddaani sorio mirga d'aatu galaana Fratiti qaqala.


Goraadeeni isaa d'iigaafi gabbinnaani ka d'iigaafi gabbinna ilmoole hoolaatifi elemiyeefi korbeeyyi ta sorio qalani fakaatuni ch'uubamti. AABBO Waaqi sorio tana dira Bosra keesati qale lafa Edomu keesaleti waan guddo qala.


Laalefad'a, boha! Guyyaani AABBO Waaqaa yayu d'iaate, guyyaani Waaqi guddaani lafa balleesu.


Tanaafi hayyuuni kaani tissele d'ibi erge waan jed'eeni, Amma mirgoolefi jiboota tiyya yayu qalani, wonti ch'ufti ya kurfoofte, keessumaani jila fuud'a, Koota jed'aani.


Aduuni dukanoofte, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani AABBO Waaqaa ingahiini.


Guyya suni AABBO Waaqi guddaani nama irre qabu ch'ufa diqeese, nama kiyyibe ufi saadule ch'ufa akasuma tolcha.


Ee, naguma d'ufe; anini sorio AABBO Waaqa baasu d'ufe, isani ufi qulqulleesa, na woliini koota jed'eeni. Jennaani inni Yesefi ilmaani isaatini, ufi qulqulleesa jed'e, sorioti yaame.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka ch'ubbichafi nami ufi saaduleeni aka buuyo godde gubatu. Guyya suni worri ch'ufti gubate hobae daara d'aba.


Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.


AABBO Waaqi duula isaati mandie, duuli irre qabu, guddaani muumme inqamne, isa ch'aqasa. Guyyaani AABBO Waaqa suni guyya gudda, ka gaargala gudda qabu! Eentu dandae iraa hafa?


Guyyaani Israeliini badu d'ufuu jira, had'iisi fulla ch'ufa kau jira, ufi saaditileeni ya lafa ira dabarte.


Isani, nama lafa tana keesa jiru, muummeeni teesani ya geete. Guyyaani ya ala hobae, ka deebiani gaareeni gubbati jila intolfanne, ammo dadallaani waan tahani wollaalani.


Jennaani anini waan jed'e, Anini ya fafae, ya lafaa badde. Wonti akanatiifi arabi kiyya ch'ubbu ch'alla dubbata, nami nu woliini teenuuleeni ch'ubbu male waan d'ibi indubbatu. Ammo amma anini ila tiyyaani yayu AABBO Waaqa hayyu gudda, arge!


Ammalle aka Abbaa galata deebiftani qilit'amtani, ka isani qit'eese qooda waan inni gumi isati khakhate isani kennu, finna ifsa isaa keesati.


Adabi keesani ka laana ha namati mullatu. Aabbooni d'iotu d'ufa.


Ammo, atini eennu kana, ka Waaqaani akana jettu? Eeleeni faara nama isi d'aeeni, Maafi akana na d'oofta injetti?


Nu imbeenna aka wonti Seeri jed'u ch'ufti waan worra Seera jala jiruuni jed'ani, aka malte nama ch'ufa d'owani lafa ch'ufaa qorsuma Waaqa duraani d'ufani.


Inni waan jed'u woli had'u lakisa, aka anini AABBO Waaqa beekha. Gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesaleti na guddisani.


ammo Sauloni guyya suni woma injenne; Wonti akanatiifi inni waan Daudini wo tahe akasiini qulqullooma d'abe jila hanqate sehe.


Waaqi guddaani maafi guyya qorsumma intolchini? Nami isa beekhu maafi guyya suni barbaade d'aba?


AABBO Waaqi yayu askarti jajanna filatani ga yaame, aka worri d'ufe, worra inni iti dallane had'e balleesu.


Duuba Waaqi dira Yerusalemu, ka fulla sorio keesati isaa baasani jed'ani, suni gaargala itiini d'ufa. Laalefatani bohani, ammalle diri sunileeni ch'ufti fulla sorio iti qalani ta d'iigi balleese nati fakaata.


AABBO Waaqi yayu goraade ufi gubbati kurfeese, isiini d'ufte Edomu woraanti, worra inni baddi iti mure kaani.


Guyyaani AABBO Waaqaa ya d'iaate; guyyaani Waaqi Guddaani lafa balleesu. Mudamsu akamiti guyya suni jira!


Guyya suni sirbi mana hayyuti sirbani iyyanna bohaa taha. Ammalle reefa nama heddu fuud'ani ch'alleesaani alati gatani.


Guyyaani AABBO Waaqi tae nama qoru ya d'iaate. Gaafasi Yerusalemu saamani, waan saamani suni ila teesani durati qoodatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite