10 Tana ch'allaaniti. Ilmaani Rebeka lamaani abba toko, qabdi abaabo keenna Isaaqo.
Waan kana male, jiddu teennafi teesani boola guddoti jira, aka nami armaa bahe gara keesani dabru indandeenne, aka nami gara keesanileeni nuti taaku indandeenne.
Waan kana ch'allaaniti; nu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi Waaqa keesa gammanna, ka amma jaalaani Waaqa nu tolche.
Gaargala keenna keesaleti ingammanna, waan nu aka gaargali obsaani d'ufu beennuufi;