Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 8:21 - KITAABA WAAQA

21 uumama ch'ufaa guyya toko tissooma shama keesaa baasani, balchooma dansa ka ilmaani Waaqa qabdu argata.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 8:21
8 Referans Kwoze  

Inni gubba tau male, haga waan ch'ufa hareesa tolchaniiti, akuma Waaqi afaani raagoota isaa qulqullotiini duri hime.


Jennaani anini gubba haraafi lafa hareeti arge. Lafa qaratiifi gubbaani qara badde, galaanileeni bade.


Ammo nu waan Waaqi nuu kakhate lafa hareetifi gubba hareeti d'ugani guutamte teenne eeganna.


Uumami ch'ufti haga Waaqi ilmaani ufi mullisuuti abdi guddooni eega.


Tanaafi Waaqi worra duri olkaye kaani yaame; yaamicha ch'allaaniti ammo d'uga heregeefi; d'uga ch'alla inherenneefi ammo guddinna ufile worraa qoode.


Gaafa worra due jireennati kaasani akana. Reefi awaalani waan duati; hojja kaasani iti deebie induu.


Dubbini, ammalle jettu suni aka waan lafa keesati uumani ch'ufa chochoosani buqisani agarsiifti, aka wonti inchochoone haftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite