Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 6:2 - KITAABA WAAQA

2 Hiyyo, akasiiniti! Nu gara dabaatiini ya doone, akami yoosi haga jirru ch'ufa daba keesa teenna?

Gade chapit la Kopi




Roomaa 6:2
18 Referans Kwoze  

Nami Waaqaani d'alate daba intolchu, waan jireenni Waaqa isa keesa taufi; ammalle inni dandae daba intolchu, maro inni Waaqaani d'alateefi.


Wonti akanatiifi isani qara ya dootani, jireenna keesani Kristo woliini ya Waaqa keesati d'ossani.


Isanileeni akasuma, oboleyaani tiyya. Isanileeni gama Seeratiini ya dootani, waan isani mita nafa Kristo taataniifi; amma isani ka isaati, isa ka aka nu Waaqa durati wo baanu duisa keesaa kaasani.


Kristoni daba keenna maskaliti baate, aka nu dabaani doone d'ugaani jiraannu. Madaa isatiini isani fayyisani.


Seera gula anini ya due Seerati na ijeese aka anini Waaqaa jiraad'u. Ya Kristo woliini mukha irati na fannisani,


Ammo amma nu Seera jala injirru, maro nu gara waan duri nu hid'eeni dooneefi. Ituma deebine seera t'aafani ka duri jala inteennu, ammo kara haraa ka Lubbutiini teenna.


Ijoolle Waaqa saalfattu taha, d'araa gaafa woma imbeenne qabdani taani amma gula indeemina.


Isani ya Kristo woliini dootani, herega lafa la jalaa baatani. Eesaa aka nama lafa jirtani re? Isani maafi seera,


Ammo, anini waan maskali Aabbo Yeso Kristo ch'alla saada; maskali tanaafi lafti gara kiyyaani doote, anileeni gara lafaatiini due.


Anini qarooma seera kanke ira argad'e, tanaafi waan hamtu ch'ufa jibba.


Waan kana ch'allaaniti; nu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi Waaqa keesa gammanna, ka amma jaalaani Waaqa nu tolche.


Mana kana keesa naafi inni qit'e. Sii, niiti isaa male, inni waan mana kana keesa jira tokole na ind'owine. Anini duuba akami dandae waan hamtu akana kana tolche Waaqa durati ch'ubbama?


Inni d'ufe hojattu taani balleese oobru nama d'ibiti kenna. Biyyiti waan kana d'ageennaani waan jette, Waan hamaati!


Maani re? Waan nu Seera jala injirre ammo eeba Waaqa jala jirruufi daba tolchina? Hiyyo, akasiiniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite