Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 4:9 - KITAABA WAAQA

9 Gammadi Daudiini dubbate kunini ka worra qabanqaba qabate ch'allaa? Hiyyo ka worra qabanqaba inqabatinile. Wonti akanatiifi nu ya waan t'aafiini jettu himne, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, maro d'ugefacha sunitiifi Waaqi nama d'ugaa isaani jed'e.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 4:9
14 Referans Kwoze  

Wonti Kristoni waan kana tolcheefi aka eeba Waaqi Abrahamu kakhate, maro Yeso Kristotiifi gosa d'ibilee kennani, ammalle aka nuleeni maro d'ugefachatiifi Lubbu Waaqi kakhate arganu.


Maro waan kanatifi Yahudiini yokhaani gochiti d'ibiini injirtu, nama qabanqaba qabatefi ka inqabatini injiru, nyaapafi nami aada imbeenneleeni injiru, tisseefi balchaani injiru, ammo Kristo ch'allati jira, ammalle waan ch'ufa isumati keesa jira!


Anini gumi Waaqa ch'ufa maand'a qit'issu, ammo Waaqi huji gosa d'ibiti Odu Dansa odeesani nati kenne, aka durooma Kristo ka ind'umanne barsiisu,


T'aafiini waan jettu, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, maro d'ugefacha isaatiifi Waaqi nama d'uga isaani jed'e.


Ifsa ka gosa d'ibileti ifsu, ammalle ka guddinna gosa tante Israeliti kennu.


AABBO Waaqi waan nani jed'e, Anini huji jabdu sii kennu qaba, hojatu tiyya. Atini worra Yakobo galchite, worra Israeli ka hafe guddinnati deebifte; ammo hagasi ch'allaniti, anini ifsa gosa ch'ufale si tolcha, aka akasiini lafti ch'ufti baafama kiyya argattu.


Abramuuni AABBO Waaqa d'ugeefate, maro d'ugefacha isaatiifi AABBO Waaqi isa maache nama d'ugaati isa herege.


Wonti kunini yoomi taate? Eegi Abrahamuuni qabanqaba qabate mo, ato inni inqabatini? Ato inni inqabatini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite