Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 4:8 - KITAABA WAAQA

8 Ayyaana nama Waaqi daba isaa iti inherenne!

Gade chapit la Kopi




Roomaa 4:8
7 Referans Kwoze  

Ayyaana isaati, ka AABBO Waaqi womaani inhimanne, ka ammalle kiyyiba womatu inqamne.


Kristoni daba keenna maskaliti baate, aka nu dabaani doone d'ugaani jiraannu. Madaa isatiini isani fayyisani.


Wonti akanatiifi Kristoleeni nami dansaani maro nama hamatiifi due. Inni maro keesaniifi maro tokotu due, aka akasiini Waaqati isani deebisu. Nafa isa ijeesani ammo lubbuuni isaa injirti.


Ayyaana isaati, ka daba isa araaramanifi wollaala isaa biraa deemaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite