22 Maro waan kanatifi, waan d'ugefacha Abrahamutiifi, Waaqi d'uga heregeefi.
Gaafa Daudiini waan gammada nama Waaqi huji male d'uga hereguufi dubbate, inni aka jed'e:
T'aafiini waan jettu, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, maro d'ugefacha isaatiifi Waaqi nama d'uga isaani jed'e.
Abramuuni AABBO Waaqa d'ugeefate, maro d'ugefacha isaatiifi AABBO Waaqi isa maache nama d'ugaati isa herege.