Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 4:16 - KITAABA WAAQA

16 Wonti kakhuuni d'ugefacha qabaachu malteefi, aka kakhuuni suni tola taate, ilmaani Abrahamu ch'ufa geetu, ilmaani seera guutu ch'allaaniti ammo ta aka Abrahamuuni d'ugefate d'ugefatele. Wonti akasiitifi Abrahamuuni abba nuu ch'ufaati.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 4:16
18 Referans Kwoze  

Maro eeba Waaqaatiifi isani baafama argattani, kara d'ugefacha gula. Waan isani ufiini tolfattaniiniti, ammo tola Waaqi isanii kenne.


Ammo t'aafiini, Lafti ch'ufti jabeenna dabaa jala jirti yayu jette, aka worri d'ugefatu galata worra Yeso Kristo d'ugefatuuti kakhatani argatu.


Tanaafi ijoolleeni aada nama gula d'alatte ta Waaqatiniti; ammo, ijoolleeni kakhu Waaqatiini d'alatte aka d'aloota d'uga heregani.


aka maro eeba isaatiifi nu Waaqaani wolti araaramne jireenna hegeri ka nu abdannu argannu.


ato nu dabaani diquma induiini, Kristo woliini duisa keesaa nu kaase; isani eeba Waaqaatiini baafamtani.


Anini isaniti hima, Kristoni hojattu Yahudi tahe, aka, aka Waaqi ka d'uga, agarsiisu; aka khakhuuni Waaqi jaaroleti kakhate d'ugaa taatu,


Tanaafi waan maro d'ugefachatifi d'uga nu hereganiifi nu amma Waaqaani wolti nagaya qamna, maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi.


Ababo keesani Abrahamufi Sara ta isani d'alte qaabad'a. Gaafa anini Abrahamu yaame inni ijoolle inqabu, ammo anini isa eebise, ilmaani kenneefi daraarse.


Tanaafi oboleyaani tiyya, jabaad'a, aka yaamicha Waaqaatiifi fohacha isaa waan guyya ch'ufa tolfattani; wonti akanatiifi yo waan kana tolchitani haga jirtani injiddani.


Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


Yesoni waan jed'eeni, Arra baafami la mana kana d'ufe, waan innileeni ilma Abrahamutiifi.


Waaqi maro Yeso Kristo d'ugefataniifi nama ch'ufa d'uga heregaafi. Waaqi nama Kristo d'ugefate ch'ufa waan kana intolcha woldabraani injirtu:


Waaqi toko ch'alla; inni maro d'ugefacha worraatiifi worra qabanqaba qabu d'uga heregaafi, akuma suni worra qabanqaba inqabatinile maro d'ugefacha worraatiifi d'uga heregaafi.


Wonti Kristoni waan kana tolcheefi aka eeba Waaqi Abrahamu kakhate, maro Yeso Kristotiifi gosa d'ibilee kennani, ammalle aka nuleeni maro d'ugefachatiifi Lubbu Waaqi kakhate arganu.


Waaqi kakhu ufi Abrahamufi ilma isaati khakhate. Ilmaani isaa injettu, ammo Ilmuma kanke jetti, akasi jechaani nama toko ch'alla, Kristo, jechu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite