Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 4:11 - KITAABA WAAQA

11 Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 4:11
46 Referans Kwoze  

Waaqi maro Yeso Kristo d'ugefataniifi nama ch'ufa d'uga heregaafi. Waaqi nama Kristo d'ugefate ch'ufa waan kana intolcha woldabraani injirtu:


Yesoni waan jed'eeni, Arra baafami la mana kana d'ufe, waan innileeni ilma Abrahamutiifi.


D'ugefachati Nuhu gorsa Waaqa ka ilaani ingarre, ka hegeri taha, d'ugefachiise. inni dubbi Waaqa ch'aqase, hobolo ta keesati isaafi worri isaa bahe ijaare. Kara kanaani inni wollaala lafati mure, d'uga d'ugefachaani d'uftu argate.


beesisa ufi nura kaye, ammalle Lubbu Qulqullo ufi nuu kenne, aka qabdo nuu taatu.


isaani takaa tahu. Anini ammatana d'uga nami Seera guutu argatu tokole inqabu. Anini amma d'uga ta d'ugefacha Yeso Kristotiini argatani qaba, d'uga Waaqa biraa d'uftu, ta d'ugefachaani argatani.


Lubbu Qulqullo Waaqa ilaalefachiisiina; Lubbuuni tunini beesisa Waaqa ka isani gubba jiru, ka aka guyyaani isani balchoomsani d'ufu agarsiisu.


Isanileeni akasuma: gaafa dubbi d'uga d'ageetani, Odu Dansa ta baafamaani isanii d'ufte, isani Kristo d'ugefattani, jennaani Waaqi beesisa ufi isani ira keyate Lubbu Qulqullo ta kakhate isani kenne.


Worri aada tana gula yau, nagayafi naasuuni ha worra woliini teetu, worraafi gumi Waaqa ch'ufale!


Nu inhereganna aka Waaqi d'uga nuu heregu; nu waan kana eeganna, jabeenna Lubbu Waaqa ta d'ugefacha teenna keesa hojattu suniini.


Yo isani ka Kristo taatani, isani d'aloota Abrahamuti, waan Waaqi kakhate inargattani.


Ammo t'aafiini, Lafti ch'ufti jabeenna dabaa jala jirti yayu jette, aka worri d'ugefatu galata worra Yeso Kristo d'ugefatuuti kakhatani argatu.


Isani hubachu maltani aka worri d'ugefacha qabu ch'ufti d'aloota Abrahamu.


T'aafiini waan jettu, Nama isa d'ugefatu tokole inch'eersani.


Ammo d'ugaani nami d'ugefate argattu waan jettu, eennuti gubba d'aqa injed'ina (aka Kristo gadi buusani).


Wonti akanatiifi Kristoni ya Seera muumme baase, aka nami d'ugefatu ch'ufti d'uga argatu.


Yesoni waan jed'eeni, Qit'aani jireenna ana. Nami gara kiyya d'ufu imbeelau, ammalle nami naa d'ugefatu diqole ind'eebotu.


Buuyofi mukhafi waan dotaata tokole intuqiina, ammo nama beesisa Waaqa adda inqamne balleesa jed'aniini.


Maqaani kiyya Simoni Petro, anini hojattufi ergattu Yeso Kristo. Anini tatabe tana gara worra d'uga Waaqaatiifi ta Qarqaarsa Yeso Kristotiini d'ugefacha dansa aka teenna argateti t'aafa.


Maani jenna re? Wonti nu jennu tana: Gochiti d'ibiini ta d'uga imbarbaanne maro d'ugefachatifi d'uga argatte;


Anini, kakhuuni Waaqa ya badde injed'u; wonti akanatiifi gochiti Israeli ch'ufti worra Waaqi fohateniti.


ammo ammatana inni d'uga ufi garsiisa. Kara kanaani Waaqi aka d'uga qabu ufi garsiise ammalle nama Yeso d'ugefatu ch'ufa d'uga heregaafi.


Worri waan jed'eeni, Nu d'aloota Abrahamuti, takale tisse nama intaane; ati akami, Isani balchoomsani nuuni jetta?


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami d'ugefatu jireenna hegeri qaba.


Wonti Aabbooni fed'u tana: aka worri Ilma arge d'ugefatu ch'ufti jireenna hegeri argatu; duuba anini guyya muumme duisa keesaa kaasa.


Nami Ilma d'ugefatu jireenna hegeri qaba; nami Ilma d'ugefachu didu haguma jiru jireennale jireenna inargatu, ammo Waaqi haga jiru jireenna isati dallana.


Simoni Petroni waan jed'eeni, Atini Kristo, Ilma Waaqa jiruuti.


Me ilaala, nami hedduuni mirga bitaa d'ufe Abrahamufi Isaaqofi Yakobo woliini Finna gubba keesa taani.


Ammalle guyya Sabato guyya jila jaba tolcha, aka guyyaani kunini akheekha wold'aqisa nu woliini tolfanne tae, aka anini AABBO, Waaqa keesani, isani qaabsisu.


Anini guyya Sabato akheekha wold'ageeti teenna tolche, aka akanaani aka anini, AABBO Waaqi, worra qulqulleesu qaabatani.


AABBO Waaqi keesani garaa keesanifi ka ilmaani teesani laafise, ufii isani saalfachiisa aka isani garaa keesani ch'ufaani isa jaalattani, lafa suni keesati bultani.


Guyyaani suni akheekha haga jiru jireennati, ka jiddu tiyyafi worra Israeli jiru; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi, guyya jaa keesati lafafi gubba uume, guyya torbeeso oole hafuura baafad'e.


Waan atini worra Israelitini jettu, Guyya kiyya ka Sabato jabeesa, wonti akanatiifi guyyaani kunini akheekha jiddu tiyyafi teesani jiru, haga d'aloota keesani ch'ufa, ka aka anini, AABBO Waaqi, isani nama kiyya tolfad'e agarsiisu.


D'iigi mana dibani akheekha isanii taha. Yo anini d'iiga suni arge, isani bira dabra, duuba gaargali anini lafa Misiritiini d'ufu tokoleeni isani ingahu.


ta t'aafiini baantuti gufata: Ilaali, anini Sioni keesa d'akha nami iti gufatu kaya, d'akha irati jigani. Ammo nami isa d'ugefatu inch'eeru.


Abrahamuuni gaafa qabanqaba qabate ganni isaa sagaltami sagali,


Jari gosa ch'ufa mohatu gumi Waaqa Abrahamutini wolti baha. Inni duula lafa ch'ufa ira jaba, inni waan ch'ufa fida.


Nami dubbi isaa d'ugefatu, aka Waaqi d'uga dubbatu tanaani beesisa.


Waaqi toko ch'alla; inni maro d'ugefacha worraatiifi worra qabanqaba qabu d'uga heregaafi, akuma suni worra qabanqaba inqabatinile maro d'ugefacha worraatiifi d'uga heregaafi.


Wonti kunini yoomi taate? Eegi Abrahamuuni qabanqaba qabate mo, ato inni inqabatini? Ato inni inqabatini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite