Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 3:8 - KITAABA WAAQA

8 Yo akasi, Koota, hameenna tolchina, aka d'ugaani mullattu maafi injenne? Nami gari ya waan kana jed'e dubbi d'aratiini na himate! Worra suni aka wollaala iti muru malani inuma iti murani.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 3:8
10 Referans Kwoze  

Maani jenna re? Aka eebiti Waaqa iti guddattu daba keesa teenna?


Maani re? Waan nu Seera jala injirre ammo eeba Waaqa jala jirruufi daba tolchina? Hiyyo, akasiiniti.


Maani jenna re? Seeri dabdicha jenna? Hiyyo, akasiiniti. Ammo Seerati aka dabi jiru na barsiise jenna. Wonti akanatiifi ato sila seeri, Woma ind'araiini naani injed'iini, anini d'arayu waan imbeekhu.


Aka daba heddeesaniifi Seeraani d'ufani, ammo fulla dabi iti heddate eebiti Waaqaleeni hagasi ira guddatte.


Wonti akanatiifi nami gari ka Waaqa imbeenne, ato nu imbeekatiini ya jiddu teenna seene, aka d'araa ufi guutatu, dubbi eeba Waaqa gaargalche Yeso Kristo Aabbo keenna tokochale dide. Duri duri t'aafiini qulqullooni qorsuma worri argatu tana fadde.


Ayyaana keesani hojja beeni isani arabse gaargalche, maro tiyyaafi d'araani isani himate waan hamtu ch'ufa isaniini jed'u.


Nu guddisani, nu ch'eersani; nu arabsani, nu faarsani. Kiyyibdoole nuuni jed'ani, ammo nu d'uga dubbanna;


Tanaafi yo ergattuuni isaa ufi jijirte ergattu d'uga ufi tolchitele waan diqole jabaatatiiniti. Gaafa muumme waan worraa male argatani.


Ammo Gedaliani waan jed'eeni, Lakisi, akasi intolchini, wonti Ishmaeli ka atini jettu d'ugaaniti!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite