Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 3:13 - KITAABA WAAQA

13 Lubbuuni worraa aka awaala qotani jirti. D'arti araba worraa iraa baati, dubbini hamtuuni, ta aka had'aa bofa jirtu, afaani worraa keesaa baati.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 3:13
17 Referans Kwoze  

Wonti nyaapi kiyya jed'u waan nami dandae d'ugeefatuuniti; afaani worraa waan balleesani ch'alla fed'ani. Worri kiyyiba ch'alla qaba, arabi worra d'ara ch'alla dubbata.


Arabi worraa aka bofa hama nama ijeesu jira; dubbini worra aka had'aa buuti jirti.


Nyaapa aka gorjama jiruti na marse, ka gaadeeni isa woraanafi t'iya fakaate, arabi isaaleeni goraade qara qabdu fakaatu.


Ammo anini waan worraani jed'u, Daayyani isani gartani d'ara, wonti isani himtanileeni kiyyiba. Dubbini tunini ta AABBO Waaqa jettani, ammo anini woma isaniini injenne.


Isani worra harka d'iigaati, ka afaani isaani d'ara dubbatani, ka harki isaani woma inhanqanne.


Atini mala namaani balleesitu d'aata, arabi kanke aka haadu qara qaba. Atini guyya ch'ufa d'ara dubbatta.


Hiyyo, akasiiniti! Yo nami ch'ufti d'ara dubbatele, Waaqi kama d'ugaa. Akuma t'aafiini jettu: Yo atini dubbattu aka d'uga dubbattu argu malani, yo si qorani d'uga argachu malte.


T'iyoleeni worraaleeni askarti jajabdu, ta naasu male nama ijeeftu.


Dubbini afaani isaa keesaa baatu ch'ufti ta ch'ubbutiifi ta d'araa, ammalle inni waan dansa qajeeltu deebie intolchu.


akuma daad'i had'aa bofaa ira mid'aasani.


Nami ch'ufti ya kara iraa gore, ch'ufti ya wollaale. Nami waan dansa tolchu injiru, tokoleeni injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite