Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 2:6 - KITAABA WAAQA

6 Waaqi nama ch'ufa huji inni tolche gula galata kennaafi.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 2:6
25 Referans Kwoze  

Atini heregaafi mala jaba qabda, waan jabdule siumati tolcha; atini waan nami tolchu ch'ufa agarte huji isaa gula woi kennitaafi.


Nuuni ch'ufti Kristo dura eju malle, aka inni dubbi teenna qore, nami ch'ufti waan argachu male argatu, waan inni nafaani tolche gula, hamtuufi dansale.


Ilmi Nama malaika ufi woliini guddinna Abbaatiini d'ufa, duuba nama ch'ufa huji isaa gula waan isaa male kennaafi.


Anini, AABBO Waaqi, qalbi nama ch'ufa laale, garaa namale ilaalad'a. Anini nama ch'ufa adabuma isaa gula waan male kennaafi, waan inni tolchu gula.


Yesoni waan jed'u, Ch'aqaaqasi! Anini d'iotu d'ufa! Nama ch'ufa waan inni tolche gula galata kennaafi.


Ammalle anini nama due, diqaafi guddale, ka barch'uma guddinna dura tatau arge. Kitaaba heddu banani ammalle toko d'ibile banani, kitaaba worra jiru. Worra qara due waan worri tolche gula qorani, akuma kitaaba keesati t'aafani.


Nami oobrufi ka bisaani iti naqu waan taka; Waaqi nama ch'ufayu huji inni tolche gula wo kennaafi.


Inni huji nama gula wo kenneefi, ammalle isi gula wo bahafi.


Amma anini, AABBO Waaqi guddaani, waan isani worra Israelitini jed'u, Anini isani namu woma inni tahuni qora. Tanaafi ch'ubbu tolchitani tana ch'ufa iraa deebia; ch'ubbuuni teesani tunini isani imballeesini ufi eegad'a.


Anini ijoolle isile d'ae fit'a, duuba gumiini ch'ufti aka anini heregafi garaa nama ch'ufa ilaalu baratti. Ammalle anini isanii ch'ufa, huji teesani gula, woi isani kenna.


Tanaafi ato hojjaani ingahiini nama tokole inqorina. Qorsumaani muumme gaafa Aabbooni mullatu taati. Inni waan d'ossaniifi herega garaa nama ch'ufa diidati baasa. Gaafasi nami ch'ufti faaru inni argachu male Waaqa ira argata.


Ato atini, wonti kunini huji tiyyaniti anini keesa imbuu jettele, Waaqi ka herega nama ch'ufa beekhu waan suni inargu? Inni qara siuma eeguu jira, waan kanke ch'ufa imbeekha, inni duuba woma atini tolchitu gula waan sii male si tolcha.


Aada waan kana ta d'ugefattu ufiifi Waaqa ch'allati d'ofad'u. Ayyaana nama suni ka yo waan garaani isaa jaalatu tolche wollaala ufiiti imurre!


worri woma hamtu tolchu ch'alla herega; dubbini afaani worraa keesaa baatu ch'ufti ta nama wo tolchitu.


Amma beeni deemi, gumi tana lafa anini siini jed'e taaniti geesi. Ammo beekhi, malaikaani tiyya si tissite si woliini deemti. Ammo hojaani anini worra kana maro ch'ubbu worraatifi gaargalchu inuma d'ufti.


Anini waan jed'e, Waaqi nama d'ugaatifi ka dabale woma takaani qora, waan tahe ch'ufafi wonti ch'ufti hojuma ufi ka kurfeesani taati.


Abbuma ch'ubbu tolcheti dua — abbaaleeni ch'ubbu ilmati jed'e ingaargalu, ilmileeni ta abbaati jed'e ingaargalu. Nami d'uga d'uguma ufitini baha, ch'ubbichileeni ch'ubbuma ufitini bada.


Anini finna worra kana jibbe lafa gosa d'ibi keesati worra firfirse.


Tanaafi yo ergattuuni isaa ufi jijirte ergattu d'uga ufi tolchitele waan diqole jabaatatiiniti. Gaafa muumme waan worraa male argatani.


Iskandani, ka tumtu, waan hamtu na tolche; Aabbooni waan inni na tolche isa tolchiinna.


Nami namuma argu ch'ufa, herega male, huji qoru, ufumaa gaargala seene nama sunile gaargala keesa buusa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite