Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 16:4 - KITAABA WAAQA

4 ka naa jed'ani duale sodaachu didani nagaya d'aama. Anini guddo galata worraa deebisa — na ch'allaaniti, ammo gumiini gosa d'ibi ch'ufti.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 16:4
17 Referans Kwoze  

Aki nu jaalala beennu kana: Kristoni jireenna ufi nuu baase. Nuleeni duuba jireenna keenna oboleyaani teenna baasu malle.


wonti akanatiifi inni jireenna ufi baase, diquma induiini maro huji Kristotiifi, aka qarqaarsa isani naa kennu indandeenne naa kennu.


Isanileeni, oboleyaani tiyya, akuma gumiini Waaqa ta Kristo, Yeso, ta Yudea keesa jirtu taate, taatani. Akuma worri lafa teesani isani gaargalche, akuma suni worrale Yahudiini


Amma waan hori gumi Waaqa ta Yudea jirtuni qarqaarani ka isani na gaafattani, anini akana jed'a: waan anini gumi Galatiatini tolcha jed'e tolchuu maltani.


Nami ch'ufti kenniti Waaqi isaa kenne gula tau male, ammalle akuma gaafa Waaqi isa yaame jiru tau male. Seeri anini gumi ch'ufa barsiisu kana.


Waan guddo d'ibaati, aki nami maro nama d'ugatiifi duu. Hegeri nami toko maro nama dansaatiifi ufi baase dua.


Tanaafi gumiini Waaqa d'ugefacha keesa jajabaatte guyya ch'ufa heddatte.


Inni Shamufi Kilikia keesa dabre gumi jabeese.


Nami tokoleeni jaalala hagana ira inqabu, ta nami maro jaalaani ufitiifi duu.


Tanaafi AABBO Waaqi waan jed'u, Anini aka gaargala isani jala imbaanne isaniti d'ufu, malachu jira. Duuba gaargala argattani, deebitani aka duri kaani kiyyiba iyyaatani.


Atini nyaapa kiyya na dura baqachifte, aninileeni nama na jibbu balleesa.


Yoshuatini gad'ufani. Jennaani Yoshuani askarti Israeli ch'ufa wolti yaame, waan worra gugurda askarti ka lola isa woliini yaeni jed'e, Koota miila keesanini qaach'era hayyoota tana ira ejaanjad'a. Jennaani worri d'ufe hayyoota suni qaach'era ira ejaanjate.


Anini Yohanani gara gumi torba ta lafa Asia keesa jirtu waan kana t'aafa: Waaqi ka amma jiruufi ka durile jiru, ammalle ka hegerile jiruufi lubbu torbaani ta barch'uma isaa dura teteetufi


Jennaani gumiini Waaqa Yudeafi Galilayafi Samaria keesa nagaya argate eebifamte, Aabbo Waaqa sodaate qarqaarsa Lubbu Qulqullotiini jabaatte heddatte.


Jari suni jara waan lubbu ufi inherenne, maro maqa Aabbo keenna Yeso Kristotiifi.


Anini Priskafi Akila, ka huji Kristo Yeso na woliini hojatani,


Gumi mana worra keesati wolwoldeetule anini nagaya d'aama. Jaala kiyya Epaineto, nama qara ka Asia keesati Kristo d'ugefatele, nagaya d'aama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite