Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 13:3 - KITAABA WAAQA

3 Wonti akanatiifi nami waan dansa tolchu jara isa fidu suni insodaatu ammo nama hameenna tolchuuti sodaata. Aka nama nama wo fidu insodaanne tahu feeta? Yoosi waan dansa tolchi, inni si saada.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 13:3
9 Referans Kwoze  

Dallansuuni hayyuu itansu nyeench'a fakaati, nami isaa dallansiisu seeruma nama ufi ijeese.


Hayyooti hojattu huji guutu jaalati, ammo nama huji inguunne iti dallanti.


Hojja nami lama jaaroleti woli himate jaaroleeni dubbi qorte, toko d'ugaa murte, kaani wollaala iti murte,


Wonti akanatiifi inni hojattu Waaqaa ta aka ira jirti tanteti sii hojattu. Ammo yo waan hamtu tolchite isaa sodaad'u inni ufuma sheeftini indeemu. inni hojattu Waaqaati, dalansu Waaqa nama hameenna tolchuuti buusa.


Nami jara wo fidu suni didu waan Waaqi tolche dida; nami waan kana tolchu qorsuma ufitiini d'ufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite