Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 13:10 - KITAABA WAAQA

10 Nami oboleesa ufi aka ufi jaalatu jaalatu wollaala iti intolchu. Yoosi, jaalalti seera ch'ufa guuti.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 13:10
7 Referans Kwoze  

Gati nama tokole imfud'atiina, gatiini isani qabdani ta jaalala woli ch'alla tahinna. Nami nama d'ibi jaalatu ch'ufti ya seera guute.


Akuma aka nami waan dansa isani tolchu feetani, akasuma namale tolcha; tunini dubbi Seeratiifi ta raaga.


Seera haraa isanii kenna, Woljaalad'a; akuma anini isani jaalad'e, isanileeni akasi woljaalad'a.


Seeri ch'ufti Seera kana keesa jira: nama ch'ufa aka ufi jaalattu jaalad'u.


Yo seera hayyu suni, ka t'aafi qulqullo keesati t'aafani guuttani, ka, nama ch'ufa aka ufi jaalattu jaalad'u jed'u, ya waan dansa tolchitani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite